Sirna As-kutii (baby shower) Yeroo Ulfaa Ayyuu ( Cultural baby shower )

Published 2024-07-02
Baby shower
Pregnancy

All Comments (21)
  • Anaafillee Du'aaii naaf godhaa ji'a 9ffaa keessa jira😢😢😢😢 wollaahi hedduu sodaadhe😢😢😢
  • @AlamineshCaalii
    Congratulations waqayyoo nagaan siha hikuu likee naa godha 🎉❤❤😊
  • @appappk2499
    Ufii koo yadadhee gafaa herumuu umarinii koo wogaa 14 bayee qaloo turee gafaa ilmaa garatii godhee irraa bayemaa gudachuu egalee amasii heduu furdadhee akumaa ayyuu kanaa namanii hundii naa ajibsifataa turee malii akasitii gudatee nanii jedhuu turee maltinii kotiifi hawasanii nannoo kotii hundii Alhamdulillah galta rabii ijolumatii herumunii bayee garidhaa jabadhuu ayyuu koo rabbii nagayaa sii haa hikuu❤❤🎉🎉🎉
  • @Sebonaa
    Duraa hojjataan moo ergaa sargii haas kun ta'ee? What a generation😊😊😊😊😊😊
  • ❤❤❤❤❤congratulations ወላዲት አምላክ ቅድስ ድንግል ማርያም ምጥሽን አቅላ የሆድሽን በጀርባ ታሳዝልሽ ሺ ሆኑ ❤❤❤
  • Wowww waaqayyoo nagan si haa hikuu likee naa godhaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
  • @mekiyasheka7733
    Mashalllaaa bagaa. Kanaa. Si. Gayee. Rabbii nagayaa. Si. Haikuu🎉🎉🎉🎉. Lubbuu tiyaa
  • @Seenna414
    Bareddu too rabbi nagan siha ikku ❤❤❤❤ anni yero hunda ija gutte hin lalu nan sasata Ayyu too❤❤❤❤
  • Waaqayyoo nagaan siyaa hiku Mariyaamiin sii wajjin haa tatu obboletii keenyaa 🎉🎉🎉
  • @ifiyyfhuj1615
    Woooooow wallagaa koo hedduu namatii toltuu rabbii nagaan siha hikuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
  • @AsiaShuferii
    Mashaalhaa ijaraa hafii bareduu too mucatii akaam furdatartii osoo gizee isii qaloo refaa san arguu badhee guduu fudhee Dr jechuu kiyaa hii oluu mashaalhaa mashaalhaa ijaraa hafii rabii nagaa sii haa hikuuu❤❤❤❤❤
  • Baga gammaddan, Waaqayyo ija inaaffaa irraa isin haa eegu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌺
  • @SaheeSahe
    Ishoo bagaa gamadani nagaan ishee ha hikuu waqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
  • @user-lo9oc3oj3c
    Wow waaqayyo nagaa lama Si yaa godhuu🤲🏽🤲🏽🤲🏽🥰🥰🥰🙏🏻🙏🏻🙏🏻
  • This is a very beautiful Wallega Cultuers! I love my beautiful peopl!!! Maramini Nagaadhaani sihahikttu!!!
  • @AsterAmayyu
    Wow waqayyoon nagan lama si yaa godhu🎉🎉
  • rabbii nagayani isini haa hikuu Dr kennaa kabajamaa mashaa Allah tabaraklh rabbii ijraa nufi haa habisu
  • @RamaEra-r4t
    Wawwwww❤❤❤❤❤❤❤ waqaayyoo nagaadhan si ha hikuu wude ko👏👏👏👏